Oromia Prosperity Party

Paartiin Badhaadhinaa seenessa biyyaalessaatin tokkummaa sabdaneessa cimsuuf hojjata! Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed, is a philosophy of unity, inclusivity, and cooperation aimed at fostering a sense of national identity in Ethiopia. It emphasizes the importance of synergy and coming together to address the country’s challenges, particularly its diverse ethnic and political orientations. The word “Medemer” itself is an Amharic word meaning “synergy” or “to be included.” The philosophy promotes tolerance, mutual respect, and forgiveness as essential components for building a cohesive society.

Hojilee Misooma

Hirkattummaa irraa gara oomishtummaatti!

Oomishtummaatti

Omishtummaa qonnaa dabaluudhan wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessun dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuuti. Carraalee misoomaa jiranitti gargaaramuun hirkatummaa gargaarsaa keessaa bahuun wabii nyaataa mirkaneessuf hojiin naannoo Oromiyaa keessatti taasifamaa jiru abdi qabeessadha.

Hanni Sarara Diimaadha!

Sarara Diimaadha!

Gaaga’ama diinagdeef hawaasummaa guddaa ta’e qaqqabsiisuudhaan biyya kufaatiidhaaf kan saaxilu hannii fi gochi malaammaltummaa sarara diimaa qaamni hunduu xiyyeeffannaan ittisuu qabudha.

Biyya badhaate

Biyya badhaate, nagaa fi tasgabbii qabdu

Biyya badhaate, nagaa fi tasgabbii qabdu dhaloota dhufutti dabarsuuf namuu gahee isaa bahachuu qaba.

News Updates

Badhaadhinni Paartii sab-daneessa carraaqqii hunda galeessa ta’een ijaarsa biyyaa dhugoomsuuf hojjataa jirudha.

Imala waggoota shanan darbaniitiin milkaahinoota siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa akkasumas hariiroo alaa hambaa ijaarsa biyyaa ta’an galmeessaa kan jiru Paartii jijjiiramaati.

Nov 28, 2024-

Cabiinsa ni suphina;Dhalootaaf ni amanamna!

Badhaadhinni, Cabiinsa siyaasaa, hawaasummaa,dinagdee fi dippiloomaasii biyya keenyaa sirreessuun milkaa’ina roga hedduu galmeessuu danda’eera.

Nov 27, 2024-

Waliigaltee Biyyaalessaa Tokkummaa Sabdaneessaaf!

Biyyi keenya biyya Afaan garaa garaa dubbattu, Amantaa addaa addaa hordoftuu, Aadaafi duudhaalee garaa garaan badhaate yoo taatu, Mootummaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa gidduutti to

Nov 19, 2024-

Harki Hunduu Sassaabbii Oomishaaf haa Diriiru!

Qonnaan bulaan yeroo gannaa rooba,qorraafi dhoqqee keessa qotee facaase yeroon sassaabuu baannan wantoota adda addaan callaan argamuu qabu qisaasa`uu danda`a yeroodhan ooyruu sassaabanii galchuu dha.

Nov 18, 2024-

Oromiyaatti waktiin hundi misooma!

Biyya keenyatti hiyyummaa hidda gadi fageeffate seenaa taasisuuf waktiilee jiran hundaatti fayyadamuun aadaa hojii keenya jijjiiruun dhaloota misoomaaf onnate ijaaruun imala badhaadhinaa dhugoomsinaa

Nov 14, 2024-

Mul’ata Itoophiyaa Badhaate Dhugoomsuu, Hojii Qabatamaadhaan!

Badhaadhinni boqonnaa hiyyummaa fi boodatti hafummaa cufuudhaan mul’ata Itoophiyaa badhaatuu dhugoomsuu qabatee xiyyeeffannaa addaatiin hojjataa jira.

Nov 12, 2024-

Oromia Prosperity Party

Galmi keenya badhaadhina, dandiin keenya Ida'amuu!

Read More

Dudhaalee

Ida'amuu
Sabdaneessa
Dimokraasii
Birmadumma Biyyooleessa
Hammatummaa
Jalaala Biyyaa
Waloomaa
Image

Oromia Prosperity Party

Read More
autoPlay